Ispoortii
Atileet Sanbaree Tafarii dorgommi figiichaa kiiloo meetira 5’n rikkardii addunyaa fooyyeessite
Finfinnee, Fulbaana 2, 2014 (FBC)- Atileet Sanbaree Tafarii dorgommi figiicha kiiloo meetira 5'n rikkardii addunyaa fooyyeessiteetti.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo…
Read More...
Gareen kubbaa miila dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa dorgommii Seekaafaa sadarkaa 2ffaa…
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Shaampiyoonsi Liigii Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa qopheessummaa Keeniyaan Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa sadarkaa 2ffaa qabachuun…
Gareen kubbaa miila dubratoota Baankii Daldala Ityoophiyaa har’a taphaa xumuraa ni gaggeessa
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Shaampiyoonsi Liigii Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa qopheessummaa Keeniyaan Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa taphaasa xumuraa har’a ni…
Gulaallii Waancaa Addunyaatin Ityoophiyaan Zimbaabuwee 1 fi 0 injifatte
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Gulaallii Waancaa Addunyaa bara 2022 qopheessummaa Kuwaatariin gaggeeffameen Ityoophiyaan Zimbaabuwee 1 fi 0 injifatteetti.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaa bara…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita iaa Zimbaabuwee waliin har’a ni taphata
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaa bara 2022 qopheessummaa Kuwaatariin gaggeeffamuuf har’a gita isaa Zimbaabuwee waliin Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti ni…
Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaa Shaampiyoonsi Liigii Seekaafaa…
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa qopheessummaa Keeniyaan Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa dubartoota Baankii Daldalaa Ityoophiyaaxumuraaf darbeera.…
Guyyaan lafoo fi Biskileettii biyyaalessaa marsaa 12ffaan kabajame
Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Guyyaan lafoo fi Biskileettii biyyaalessaa marsaa 12ffaan iddoolee garaagaraatti sirnoota adda addaan kabajameera.
Sagantichi bara 2013 mata duree 'Qaammee hanga Qaammee ni geenya' jedhuun baatii tokko…