Ispoortii
Gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan simannaan taasifameef
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Taphaa Paaraa Olompikii Tookiyoo 2020 irratti hirmaataa kan turaan gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon simannaan taasifameera.
Sirna simannaa kanarratti Ministirr deettaan ministeera aadaa fi tuuriziimii obbo Habtamuu Sisaay fi…
Read More...
Gaanaa 1 -0 Ityoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC) – Gulaallii Waancaa Addunyaa 2022 Kuwaatar qopheessituuf Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa ramaddii jalqabaa gita isaa Gaanaa waliin taphate olaantummaa Gaanaan xumurame.
Gareen Kubbaa Miilaa…
Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Ityoophiyaa Jooyint Istaar goolii 10 fi 0n…
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonaa dubartootaa kilaboota biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Ityoophiyaa Kilaba…
Kiristaanoo Roonaaldoon seenaa haaraa galmeesse
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Taphataan sarara fulduraa Lammiin Poorchugaal Kiristaanoo Roonaaldoon kaleessa galgala goolii 2 galchuun biyyisaa akka injifattuuf seenaa haaraa galmeesseera.
Roonaaldoon biyya isaaf goolii 111…
Kilabiin Kubbaa Miilaa dubartootaa Baankii Daldalaa Kilaba Niwuu Jenereeshini goolii 10 fi 1…
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Tapha gulaallii Shaampiyoonaa dubartoota Afrikaa (Seekaafaa)Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Baankii Daldala Ityoophiyaa gita isaa Zaanzibaar Niwuu…
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gitasaa Ugaandaa 2 fi 1’n injifate
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gitasaa Ugaandaa 2 fi 1’n injifateera.
Tapha michummaa Ityoophiyaafi Ugaandaan taphataniin gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gitasaa Ugaandaa 2 fi 1’n injifate.…
Maanchisteer Siitiin Arseenaaliin 5 fi 0 injifate
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Taphaa Priimayer Liigii Ingiiliiz guyyaa har’aa gaggeeffameen Maanchisteer Siitiin Arseenaaliin 5 fi 0 injifateera.
Taphattoota garee Maanchisteer Siitiif keessaa Elkaay Gundoogaan daqiiqa 7ffaarratti…