Ispoortii
Atleet Darribee Waltajjii fi Taaddasaa Taakkalaa meedaaliyaa meetii dabalataa Ityoophiyaaf argamsiisan
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Darribee Waltajjii fi Taaddasaa Taakkalaa meedaaliyaa Meetii dabalataa Ityoophiyaaf argamsiisaniiru.
Fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet Darribee Waltajjii fi…
Read More...
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaan Liivar Puul,Astoon Villaa fi Maanchiisteer…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaa har'a waaree booda gaggeeffameen Liivar Puul, Astoon Villaa fi Maanchiisteer Siitiin morkattoota isaaniin injifataniiru.
Liivar Puul goolii 2 fi 0n…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin Ityoophiyaan meedaaliyaa warqee dabalataa…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan meedaaliyaa warqee dabalataa argatteerti.
Atleet Ayyaal Daanyaachow meetira 800…
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa addunyaa marsaa jalqabaa Hagayya 28, 2013 ni…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC)- Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa addunyaa marsaa jalqabaa bara 2022 Kuwaataritti gaggeeffamuuf Hagayya 28, 2013 ni taphata.
Waaliyaanoonni ramaddii 7 jalatti Gaanaa, Ziimbaabuwee…
Ityoophiyaan dorgommi dhiiroota meetira kuma shaniin meedaliyaa Birrii argatte
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaan Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan dorgommi dhiiroota meetira kuma shaniin meedaliyaa Birrii argatteetti.
Ityoophiyaaf…
Preezdaant Saahilawarq jila Atleetiksii Paaraa Olompikii Tookiyoorratti hirmaatu gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen jila garee Atleetiksii Paaraa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuuf ulaagaa guutan gaggeessaniiru.
Preezdaant Saahilawarq alaabaa biyyattii akka ol kaasan…
Shaampiyoonaan Kilaboota Kubbaa miillaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa 19ffaan Magaalaa Ambootti…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaan Kilaboota Kubbaa miillaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa 19ffaan kilaboota 36 hirmaachise Magaalaa Ambootti gaggeeffamaa jira.
Shaampiyoonaa kilaboota naannoo Oromiyaa 19ffaa…