Ispoortii
Atileet Fireewaynii Hayiluu fi Lamlam Hayiluu guulalii meetiraa 1,500 dorgoomameen xumuraaf darban
Finfinnee, Adooleessa 26,2013 (FBC)- Oloompikii Tookiyoon har'a gara barii figiichaa guulalii meetiraa 1,500 dorgoomameen Atileet Fireewaynii Hayiluu fi Lamlam Hayiluu xumuraaf darbaniiru.
Gulaallii Meetira 1,500’tiin Fireewaynii Hayiluu fi Lamlam Hayiluu yoo miilkaa'an, Dirriibee Waltajjii xumuuraaf osoo hin gahiin hafteetti.
Ramaddii…
Read More...
Olompiikii Tookiyootin Ityoophiyaan warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Olompiikii Tookiyootin Ityoophiyaan warqee jalqabaa argatteetti.
Olompiikii Tookiyoo dorgoommii dhirootaa meetira kuma kudhaniitin Solomoon Baarigaa Ityoophiyaadhaaf warqee jalqabaa argamsiiseera.…
Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni Ityoophiyaa 3 xumuraaf darban
Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni Ityoophiyaa 3 xumuraaf darban
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Dorgommii gulaallii meetira kuma 5 dubartootaan Atileetotni Ityoophiyaa 3 xumuraaf darbaniiru.
Dorgommii…
Oolimpikii Tookiyoon har’a sa’aatii 10:00 eegalee Fiigichi xumuraa meetira kuma 10 ni gaggeeffama
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC) – Oolimpikii Tookiyoon har’a sa’aatii 10:00 Fiigichi xumuraa meetira kuma 10 Atleetoonni Ityoophiyaa keessatti hirmataan ni gaggeeffama.
Guyyaa sa’aatii 7:00 irraa kaasee figichi…
Dorgommiin calaallii Priimeyar Liigii dubratootaa godina Seekaafaa irraa deebiin dheereeffame
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Dorgommiin calaallii Priimeyar Liigii dubratootaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ irraa deebiin dheereeffameera.
Keessummeesituun dorgomichaa Keeniyaan sababa dorgoommi…
Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa marsaa 3ffaan halkan eda gara Tookiyootti imale Tookiyoo ga’e
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa marsaa 3ffaan halkan eda gara Tookiyootti imale Jaappaan Tookiyoo ga'uu ibsameera.
Garichi wayita Jaappaan Tookiyoo ga'u Preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii…
Oolompikii Tookiyoo 2020n Ityoophiyaan yeroo jalqabaaf Teekuwaandoon Dippiloomaa argatte
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Hirmaannaa Oolompikii Tookiyoo 2020n Ityoophiyaan yeroo jalqabaaf Worlidi Teekuwaandoon Dippiloomaa argatte.
Ityoophiyaa Baka bu’uun Kiiloo Giraama 58 kan hirmaate Atleet Salamoon Tufaa…