Ispoortii
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii gita isaa Eertiriyaan injifatame
Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) - Taphni Biyyoota Giddugaleessaa fi Baha Afrikaa umrii waggaa 23 gadii har’a sadarkaaf Ityoophiyaa fi Eertiriyaa gidduutti taphatame olaantummaa Eertiriyaan xumurameera.
Sa’aatii idileen 1 qixaan xumuramuun rukuttaa adda bahiinsaan Eertiriyaan 3 fi 2 Ityoophiyaa injifatteerti.
Bu’aa kana hordofee gareen…
Read More...
Lammiileen Tuuniziyaa Oolompikii Tookiyoo bara 2020 irratti Afriikaaf meedaaliyaa jalqabaa…
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Lammiileen Tuuniiziyaa dorgommii teekwandoo fi Bishaan daagaa dhiirotaan Oolompikii Tookiyoo bara 2020 irratti Afriikaaf meedaaliyaa jalqabaa argamsiisaniiru.
Dorgommii bishaan daakuu dhiirotaa…
Tapha seekaafaan Sudaan Kibbaa Jiibuutii injifattu,Ugaandaan Taanzaaniyaan qixa ba’an
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Taphaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Bahaa fi Gidduugaleessa Afrikaan umrii waggaa 23 gadii Sudaan Kibbaa Jiibuutii goolii 2 fi 0n yoo injifattu, Ugaandaa fi Taanzaaniyaan goolii 1 qixa ba'aniiru.…
Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo ifatti gaggeeffame
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo 2020 ifatti gaggeeffameera.
Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205 keessaa waliitti babba’an kumni 11 ol ni hirmaatu…
Ityoophiyaa 1-1 Burrundii
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii har’a Ityoophiyaa fi Burrundii gidduutti taphatame goolii 1 qixaan xumurameera.…
Olompikiin Tookiyoo boru ni eegale
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Olompikiin Tookiyoo bara 2020 guyyaa boruu ni eegalama.
Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205 keessaa waliitti babba’an kumni 11 ol ni hirmaatu jedhame.
Gosoota Ispoortii…
Taanzaaniyaa 1 – 0 Koongoo
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Taanzaaniyaan Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo 1 fi 0n injifatte.
Dorgommii seekaafaa umrii waggaa 23…