Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Faransaay Waancaa Awurooppaa ala taate

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Tapha moo'atanii darbuu eda galgala Faransaayii fi Siwiizarlaand gidduutti gaggeeffame olaantummaa Siwiizarlaandiin xumurameera. Tapha sa'aatii 4:00 irraa eegalee biyyoota lamaan gidduutti gaggeeffameen Siwiizarlaand rukkuttaa walabaan goolii 5 fi 4n Faransaay injifachuun marsaa itti aanuuf darbuu…
Read More...