Ispoortii
Gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen dorgommii Priimeyar Liigii 2014 irratti hirmaachuuf fedhii qaban ibsan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen dorgommii Priimeyar Liigii 2014 irratti hirmaachuuf fedhii qaban ibsaniiru.
Federeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen waliin dorgommii yeroo itti aanuurratti hirmaannaa isaanii hordofee marii taasiseera…
Read More...
Komishiniin Ispoortii Oromiyaa Istaadiyeemoota shan ijaarsisuuf ta’uu hime
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) – Komishiniin Ispoortii Oromiyaa Istaadiyeemoota shan ijaarsisuuf ta’uu beeksiseera.
Istaadiyeemoonni ijaaraman kunniinis Amboo, Danbii Doolloo, Awwadaay, Haramaayaa fi Salaleetti ta’uu himameera.…
Fiixeen Mindaa jijjiirraa taphattootaaf daangeeffamee ture akka ka’u murtaa’e
Finfinnee, Caamsaa 22, 2013 (FBC) - Waldaan Aksiyoonii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa fiixeen jijjiirraa taphattoota kilaboota liigichaa Birrii kuma 50n daangeffamee ture akka ka'u murteesse.
Waldaan Aksiyoonii Priimeyar Liigii Ityoophiya…
Cheelsiin Shaampiyoonaa tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara kanaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC) - Cheelsiin goolii 1 fi 0n Maanchiisteer Siitii injifachuun Shaampiyoonaa kilaboota Awurooppaa bara 2020/2021 ta'eera.
Kilaboota Ingilaandii lamaan Cheelsii fi Maanchiisteer Siitii walitti kan fide taphni…
Bunni Ityoophiyaa hirmaannaa taphoota Waancaa Konfedereeshinii Afrikaa bara 2021/2022 argachuu…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 26ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Adaamaa fi Bunni Ityoophiyaa goolii 1 qixa ba’aniiru.
Bunni Ityoophiyaa taphoota hanga…
Ziinaddiin Ziidaan leenjisummaarraa gaggeeffaman
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Leenjisaan Riiyaal Maadriid Ziinaddiin Ziidaan leenjisummaarraa gaggeeffameera.
Ziidaan Kilabicha gadi lakkisuuf xaalayaa erga galfatee booda gaaffiin isaa fudhatama argachuun…
Viillaariyaal Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) - Viillaariyaal Maanchiisteer Yuunaayiitiid injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa bara 2020/2021 ta'eera.
Taphni xummuraa Liigii Awurooppaa kilaba Ingilaand Maanchiisteer Yuunaayiitiidii fi kan…