Ispoortii
Faasiil Kanamaan Waancaa fudhachuuf dhiyaateera
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Faasiil Kanamaan Waancaa fudhachuuf dhiyaateera.
Tapha har’a gaggeeffameen magaalaa Adaamaa qabxii 2 fi 1 mo’ateera
Gooliicha Muujiib Qaasiimii fi Bazaabbah Mallayyoon lakkoofsisaniiru.
Kan magaalaa Adaamaa ammoo Saayifuu Zaakiir lakkoofsiseera.
Faasiil…
Read More...
Federeeshinichi garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaaf badhaasni Birrii miiliyoona 6 akka…
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa waggaa 8 booda Geeba Afrikaaf darbeef badhaasni Birrii miiliyoona 6 akka laatamu murteesseera.…
Taphoota Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan Sabbataan Bahaar Daar injifate
Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee21ffaa har’a gaggeeffameen gagaalaan Sabbataa Magaalaa Baahir Daar 2 fi 1n injifateera.
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa…
Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Aarbaa Minci gara Priimeyar Liigiitti deebi’uu mirkaneeffate
Finfinnee, Eebila 17, 2013 (FBC) - Liigii olaanoo biyyaalessaa keessatti morkataa kan ture Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Aarbaa Minci gara Priimeyar Liigiitti deebi'uu mirkaneeffateera.
Liigii olaanoo biyyaalessaa ramaddii C keessatti…
Kilabni Qidduus Giyoorgis taphattoota ciccimoo garichaa 4 hojiirraa dhorke
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Kilabni Qidduus Giyoorgis sababa namuusaan Geetaanaa Kabbadaa, Aschaalew Taammanaa, Gaaddisaa Maabraatee fi Muluuleem Masfin garee olaanaa keessa dhorkuu beeksiise.
Kilabichi ibsa laateen garicha…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Qiduus Giyoorgis fi Jimmaa Abbaa Jifaar tokko qixa bahan
Finfinnee, Eebla 14, 2013 (FBC)- Tapha Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Qidduus Giyoorgis fi Jimmaa Abbaa Jifaar tokko qixa bahaniiru.
Priimeyar Liigiichaan Magaalaan Faasil taphoota 18n qabxii 45 walitti qabachuun dursaa jira.…
Abbaan Murtoo olaanaan Kubbaa Miilaa Idil addunyaa Ba’amlaak Tasammaan Olompikii Tookiyoof filataman
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Abbaan Murtoo olaanaan Kubbaa Miilaa Idil addunyaa Ba’amlaak Tasammaan taphoota Kubbaa Miilaa Olompikii Tookiyoo akka dursan filatamaniiru.
Dorgommii Olompikii Tookiyoo gaggeeffamuuf…