Ispoortii
Taphoonni Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa bara 2014 Onkololeessa 7, 2014 ni eegala jedhame
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Taphoonni Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa bara 2014 baatii Fulbaanaa eegalmuuf ture baatii tokkoof dheerachuun Onkololeessa 7, 2014 kan eegalamu ta’uu Komishiniin Ispootii Ityoophiyaa beeksiise.
Federeeshinich guyyaa dorgommiin Priimeyar Liigii Kilaboota Ityoophiyaa eegalmu fi galmee…
Read More...
Kilabiin Kubbaa Miilaa Raayyaa Ittisaa gara Priimeyar Liigiitti guddachuu mirkaneeffate
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Raayyaa Ittisaa gara Priimeyar Liigiitti guddachuu mirkaneeffateera.
Liigii olaanoo biyyaalessaa ramaaddii ‘A’ keessatti dorgomaa kan ture Kilabiin Kubbaa Miilaa…
Joozee Morinihoon leenisummaa Tootanihaamirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) – Leenjisaan Tootanihaam Joosee Morinihoon hojii isaaniirra gaggeeffamaniiru.
Kilabichi tibbana qabxii gadi aanaa galmeessisuu isaa hordofee leenjisaa isaa gaggeessuu beeksiseera.
Joozee…
Kilabiin kubbaa miilaa magaalaa Finfinnee gara Priimeyar Liigiitti guddachuu isaa mirkaneeffate
Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) - Liigii olaanaa keessatti dorgomaa kan ture Kilabiin kubbaa miilaa magaalaa Finfinnee gara Priimeyar Liigiitti guddachuu isaa mirkaneeffateera.
Kilabiin kubbaa miilaa magaalaa Finfinnee tapha liigii…
Faasiil Kanamaan magaalaa Baahir Daar waliin qixa ba’e
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Faasiil Kanamaan magaalaa Baahir Daar waliin qixa ba’eera.
Sa’aatii 10 irratti kan eegalee taphichii gareewwan kunneen gooli 0-0 qixa ba’aaniiru.
Fuula…
Walga’iin Mana Maree Ispoortii Biyyaalessaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Walga’iin Mana Maree Ispoortii Biyyaalessaa Hoteela Iskaay Laayitiiti gaggeeffamuu eegaleera.
Walga’icharratti Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Dooktar Hiruut Kaasaw, Komishinarri…
Walaayittaa Diichaa Magaalaa Dirree Dawaa injifate
Finfinnee, Eebla 4, 2013 (FBC)- Walaayittaa Diichaa Magaalaa Dirree Dawaa3 fi 1n injifate.
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee18ffaa har’a gaggeeffameen Walaayittaa Diichaa Magaalaa Dirree Dawaa 3 fi 1n…