Ispoortii
Kooriyaan Kaabaa Oliimpikii Tookiyoorratti kan hin hirmaanne ta’uu beeksiifte
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa sababa Covid -19f Oliimpikii Tookiyoorratti kan hin hirmaanne ta’uu beeksiiftee jirti.
Piiyoongiyaang dhibee Covid -19n walqabatee nageenya atleetoota ishee eeguuf jecha Oliimpikii Jaappaan Tookiyoorratti kan hin hirmaanne ta’uu beeksiifteerti.
Kooriyaan Kaabaa…
Read More...
Aadde Adaanach Abeebee bakka butoota maatii ispoortii waliin dhimma sochii ispoortii…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee bakka butoota maatii ispoortii waliin sochii ispoortii magaalaa fi dhimmoota biroorratti mari’ataniiru.
Aadde Adaanach dabalatee…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaaf badhaasaa jajjabeessituu…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaaf darbeef badhaasaa jajjabeessituu laateera.
Bulchiinsi magaalichaa Waaliyaanoota birrii…
Aadde Adaanach Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) –Itti Aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga'ame ibsaniiru.
Lammiileen Itoophiyaa…
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gara Waancaa Afriikatti darbe
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gara Waancaa Afriikatti darbeera.
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa Nijarii fi Madagaaskaar qixa bahuun walqabatee qabxii 9 qabachuun waancaa Afrikaatti…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a tapha murteessaa gita isaa Ayivoorii Koost waliin…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaaf darbuuf har’a tapha murteessaa gita isaa Ayivoorii Koost waliin Abijaanitti ni taphata.
Garichi har’a sa’aatii…
Sudaan Waancaa Afrikaaf darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Sudaan Afrikaa Kibbaa 2 fi 0n injifachuun Waancaa Afrikaaf darbuu mirkaneeffateerti.
Sudaan garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Afrikaa Kibbaa /Baafanaa Baananaawwan/ dirree isheerratti…