Ispoortii
Komaandar Atleet Daraartuu Tulluun Nishaanii warqee kabajaa biyyaaleessa badhaaffamte
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC) – Komaandar Atleet Daraartuu Tulluun oolmaa biyyaaf oolteen Nishaanii warqee kabajaa biyyaaleessa badhaaffamteerti.
Nishaaniin Warqee Giraama 350 madaalu gama preezdaantii Mootummaan naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisan kennameefira.
Dabalataan konkolaataan Leeksas V 8 moodeeliin 2021 sadarkaa…
Read More...
Sagantaan beekkamtii laachuu Komaandar Atleet Daraartuu gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC) – Sagantaan beekkamtii laachuu Komaandar Atleet Daraartuu Hoteela Iskaay Laayitiitti gaggeeffame.
Sirnacharratti Preezdaantii mootummaa naannoon Oromiyaa Shimallis Abdiisaa, itti aantuun Kaantibaa…
Waldorgommiin fiigichaa mata duree ‘dursi dubartootaaf’ jedhuun gageeffame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- Waldorgommiin fiigichaa Soofii Maaltii bara kanaa mata duree ‘dursi dubartootaaf’ jedhuun gaggeeffameera.
Waldorgommiichi kiiloomeetira 5 kan haguugee yoo ta’u, yeroo 18ffaaf gaggeeffameera.…
Shaampiyoonaan Ispoortii dubartoota Oromiyaa 4ffaan eegalera
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii dubartoota Oromiyaa 4ffaan magaalaa Baatuutti eegalera.
Shaampiyoonaa kanarratti Ispoorteessitoonni 1500 ol ta'an kan hirmaataan ta'uu himameera.
Shaampiyoonaan Ispoortii…
Dooktar Abiy garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaaf carraa gaarii hawwan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaaf carraa gaarii hawwaniiru.
Garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha gulaallii…
Dhaloota Teeknooloojii waliin tarkaanfachuu danda’u horachuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Dhaloota Teeknooloojii waliin tarkaanfachuu danda’u horachuun barbaachisaa ta’uu Ejansiin Barnoota Ogummaa fi Teeknikaa Federaalaa beeksiise.
Dorgommiin fi agarsiifni Teeknooloojii, kalaqaa fi…
Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Ispoortii Yuunvarsiitiwwan Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Ispoortii Yuunvarsiitiwwan Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Mata duree ‘addunyaa Ispoortii Yuunvarsiitii jijjiiruu’ jedhuun Yaa’iin…