Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni tibba ayyaana Qillee har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee18ffaan taphoonni tibba ayyaana Qillee har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni Maanchiister Siitiin Eevartan keessummeessu ni eegama.
Galgala sa’aatii 12:00 eegalee taphoonni 5 kan taphataman yoo ta’uu, Boornimaawuuz – Kiristaal…
Read More...
Piriimeer Liigii Oromiyaan Leeqaan Magaalaa Gullisoo injifate
Finfinnee, Mudde 16, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 4ffaan Kilabiin Kubbaa Miilaa Leeqaa Bulchiinsa Magaalaa Gullisoo galchi 1 fi 0’n ijifateera.
Akkasumas Bulchiinsi Magaalaa Gimbii Yuunivarsiitii Naannoo…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Gaamoo Caanchaa injifate
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 11ffaan har’a taphatameen Shaggar Gaamoo Caanchaa injifachuun imala isaa caalmaatti cimsate.
Tapha har’a sa’aatii 7:00 eegalee taphatameen Kilabni Bulchiinsa…
Isteediyemii Maanchister Yuunaayitid hoomaa hantuutaan weeraramuun ibsame
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Isteediyemii Kilaba Maanchister Yuunaatid Oltiraafoodii hoomaa hantuutaan weeraramuun ibsame.
To’attoonni qulqullinaa daawwannaa dhiyeenyaatti taasisaniin, Isteediyemicha keessatti Hantuunni heddumminaan…
Tootenhaam 3 – 6 Liiverpuul
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa halkan kana taphatameen Liiverpuul Tootenhaam injifate.
Liiverpuul galchii 6 fi 3n Tootenhaam injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Liwuus Diyaas…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Maanchiister Yuunaayitiid yoo injifatamu, Cheelsiin qixa bahe
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa har'a waaree booda taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid yoo injifatamu, Cheelsiin qabxii qoodateera.
Boornimaawuuz galchii 3 fi 0n Maanchiisteer…
Itiyoophiyaa 0 – 2 Sudaan
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa gita isaa Sudaaniin injifatame
Tapha Waancaa Biyyoota Afrikaan (Chaan) har'a Liibiyaa Istaadiyeemii Beengaazitti taphatameen Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa…