Ispoortii
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaan Sabbataan yoo injifatu, Jimmaa Abbaa Jifaar qixa ba’e
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaa har’a gaggeeffameen Sabbataan Adaamaa yoo injifatu, Jimmaa Abbaa Jifaar Bahaar Daar waliin qixa ba’eera.
Taphni har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Jimmaatti Jimmaa Abbaa Jifaarii fi Magaalaan Bahaar Daar giddutti…
Read More...
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 10ffaan Adaamaan yoo injifatu Jimmaa Abbaa…
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa har’a gaggeeffameen Adaamaan yoo injifatu, Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame.
Tapha har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii…
Waldorgommiin atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Sulultaatti…
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Waldorgommiin Atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Godina Addaa Naannawa Finfinnee magaalaa Sulultaatti gaggeffameera.
Dorgommicharratti atileetoonni naannolee 7 irraa…
Abbaan murtii atileetiksii fi leenjisaan obbo Isheetuu Bayyuu boqatan
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Abbaan murtii atileetiksii fi leenjisaan obbo Isheetuu Bayyuu addunyaarra kanarra du’aan boqachu Federeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa beeksise.
Obbo Isheetuu Bayyuun dhibee irra bubbuleen…
Cheelsiin Firaank Laampaard gaggeesse
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Lixa Landan Cheelsiin Leenjisaa isaa Firaank Laampaard gaggeessuu ibsame.
Taphataa cimaa kilabicha kan turan Firaank Laampaard bara Faranjootaa 2019 eegaluun kilabicha…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa har’a gaggeeffameen Dirree Dawaan yoo injifatu,Hadiyyaa fi…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa har’a gaggeeffameen Dirree Dawaan yoo injifatu,Hadiyyaa fi Hawaasaan goolii malee qixa ba’aniiru.
Tapha har’a sa’aatii 4:00…
Dorgommiin Liigii Kubbaa Miilaa Dubartoota Oromiyaa Marsaa 3ffaan kaleessa Magaalaa Ambootti…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Dorgommiin Liigii Kubbaa Miilaa Dubartoota Oromiyaa Marsaa 3ffaan kaleessa Magaalaa Ambootti eegalame.
Dorgommicha irratti Kilaboonni kubbaa Miilaa Bulchiinsota Magaalaa Bishaan Gurraacha, Sulultaa,…