Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Shaampiyoonaa Atileetiksii 2ffaa Guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadii Bulchiinsi Magaalaa Asallaa Olaantummaan Xummure

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii 2ffaa Guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadii Bulchiinsi Magaalaa Asallaa Olaantummaan Xummure. Shaampiyoonaan Atileetiksii 2ffaa guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadi magaalaa Asallaatti gosoota ispoortii sadii utaalchoo,darbannaa eeboo fi fiigichaan jila atileetiksii 750 caalan…
Read More...