Ispoortii
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 8ffaan Qidduus Giyoorgisii fi magaalaan Bahaar Daar morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 8ffaa har’a gaggeeffameen Qidduus Giyoorgisii fi magaalaan Bahaar Daar morkattoota isaanii injifatan.
Tapha har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Jimmaatti gaggeeffameen magaalaan Bahaar Daar magaalaa Sabbataa goolii 4 fi 1n…
Read More...
Hojii Suphaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinnee raawwachuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Hojii Suphaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinnee raawwachuuf waliigalteen mallattaa’uu Komishiniin Ispoortii Ityoophiyaa beeksise.
Dhaabbanni Dizaayinii, garsaa fi tajaajila to’annoo Yoonas Abbay…
Sochiin Ispoortii qaama marsaa 3ffaan sadarkaa magaalaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Sochiin Ispoortii qaama marsaa 3ffaan mata duree “nageenya biyya kiyyaaf nan dhaabbadhaa,Raayyaa Ittisa Biyyaaf dursa nan kennaa,” jedhuun qopheessummaa Koomishiinii Ispoortii Finfinneetin kutaa Magaalaa…
Magaalaan Jimmaa taphoota Priimeyar Liigii keessummeessuuf qophii barbaachisu xumuruu ibsame
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Taphoonni Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa boqonnaan itti aanu magaalaa Jimmaatti kan gaggeeffamu ta’uu eerrameera.
Taphoonni Beetkiingii Ityoophiyaa marsaa 7ffaa hanga marsaa 11ffaatti…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 6ffaan Sabbataa fi Jibbaa Abbaa Jifaar qixa…
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 6ffaan Sabbataa fi Jimmaa Abbaa Jifaar gidduutti gaggeeffame goolii 1 qixa xumurameera.
Taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 6ffaan Bunni Ityoophiyaa Giyoorgis Injifate
Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan Bunni Ityoophiyaa Qiddus Giyoorgis 3 fi 2n injifateera.
Taphoota priimeyar liigichaa torbee 6ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa…
Dorgommii fi Feestivaalli Ispoortii aadaa magaalaa Finfinnee 11ffaan eegalame
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Magaalaan Finfinnee waggaa waggaan kan qopheessu dorgommii fi Feestivaalli Ispoortii aadaa 11ffaan har'a qopheessummaa kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalliin eegalameera.
Kutaa magaalaa Lammii Kuraa ala…