Ispoortii
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Keeniyaan injifatame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Keeniyaan 3 fi 0n injifatameera.
Dorgommii gulaallii waancaa Bahaa fi Giddugalessa Afrikaa (CECAFA) Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa jiruun tapha jalqabaa kan taasiise gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Keeniyaan 3…
Read More...
Preezdaantii ‘CAF’ Ahimad Ahimad dhorkamni waggaa shanii irratti darbe
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Asooseeshinii Kubbaa Miilaa Idil Addunyaa ‘FIFA’n Preezdaantii Konfedereeshiinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Ahimad Ahimad dhorkama waggaa shanii irratti darbarse.
Preezdaantiin ‘CAF’…
Gaardiyoolaan waggoottan dabalata lamaf Siitii waliin tureef waliigale
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Leenjisaan Maanchisteer Siitii Peep Gaardiyoolaan waggoottan dabalataa 2f garicha waliin tureef waliigaltee mallatteesse.
Peep Gaardiyoolaan hanga bara Faranjootaa 2023tti garicha waliin…
Leenjiisaan garee atileetiksii Baankii Daldala Ityoophiyaa Tafarii Makkoonnin boqatan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Leenjiisaan garee atileetiksi Baankii Daldala Ityoophiyaa Tafarii Makkoonnin du’aan addunyaa kanarraa boqataniiru.
Leenjiisaan Tafarii Makkoonnin garee atileetiksii baankii daladala Ityoophiyaa,…
Taphoonni priimeyar Liigii Ingilaanda marsaa 8ffaan har’aa eegaluun ni gaggeeffamu
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) - Taphoonni priimeyar Liigii Ingilaanda marsaa 8ffaan tapha har’a waaree booda Eevartanii fi Maanchiisteera Yuunaayitiid gidduutti gaggeeffamuun ni eegalama.
Har’a sa’aatii 9:30 irraa…
Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti gaggeeffamufi
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) - Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti gaggeeffamufi.
Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti akka gaggeeffamu ibsamera.
Waldorgommichi baatii itti aanuu…
Gareen Biyyalessaa Ityoophiyaa Zaambiyaan 3 fi 2n injifatame
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Zaambiiyaan 3 fi 2n dirree isaarratti injifatame.
Tapha michoomaa Istaadiyeemii Finfinneetti gaggeeffameen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa Garee…