Ispoortii
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaan Qidduus Giyoorgis magaalaa Hawaasaa injifate
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Qidduus Giyoorgis Hawaasaa 4 fi 1 injifateera.
Tapha boqonnaa duraan Roobii Nigalaandee daqiiqaa 33ffarratti goolii tokko, Geetaanahi Kabbadaa daqiiqaa 39ffaa fi 43ffarratti goolii lama Giyoorgisiif…
Read More...
Atleetoota seera Dooppingii darban irratti murtoon adabbii darbe
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Atleetoota seera farra si'eessituu Ispoortii darban irratti murtoon adabbii darbuu ibsame.
Atleetoota seera Dooppingii darban irratti murtoon adabbii darbuu Waajjirri Farra Si’eessituu…
Liyooneel Meesiin Baarseloonaaf goolii 644ffaa galchuun riikkardii Peelee fooyyeesse
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Liyooneel Meesiin Baarseloonaaf goolii 644ffaa galchuun, galchii olaanaa kilaba tokkoo Peeleen qabamee ture fooyyeesse.
Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessa Arjentiinaa tapha Laaligaa…
Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaan Adaamaan Walaayittaa Diichaan injifatame
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) –Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffameen Walaayittaa Diichaan 2 fi 0 Adaamaa injifateera.
Sintaayyoo Mangiftuu goolii…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har’a gaggeeffameen Liivar Puul Kiristaala…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har'a gaggeeffameen Liivar Puul Kiristaala Paalaas garaagarummaa goolii hedduun injifate
Finfinnee, Muddee 10, 2013 (FBC) - Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har'a waaree…
Ispoortiin bu’uura hawaassummaa akka qabaatuufi of danda’ee akka socho’uuf bulchiinsi magaalaa…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Ispoortiin bu’uura hawaassummaa akka qabaatuufi of danda’ee akka socho’uuf bulchiinsi magaalaa Finfinnee deeggarsa akka taasisuu itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanaach Abeebee ibsan.…
Gareen kubbaa miilaa biyyalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaan injifatame
Finfinneen, Muddee 9, 2013 (FBC) - Tapha waancaa Bahaa fi giddugaleessaa Afrikaan Gareen kubbaa miilaa biyyalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaan injifatameera.
Gareen biyyaalessa Ugaandaa tapha boqonnaa duraan…