Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ispoortiin bu’uura hawaassummaa akka qabaatuufi of danda’ee akka socho’uuf bulchiinsi magaalaa deeggarsa ni taasisa-Aadde Adaanaach Abeebee

Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Ispoortiin bu’uura hawaassummaa akka qabaatuufi of danda’ee akka socho’uuf bulchiinsi magaalaa Finfinnee deeggarsa akka taasisuu itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanaach Abeebee ibsan. Yaa’iin Mana maree Ispoortii magaalaa Finfinnee 12ffaa gaggeeffama jira. Yaa’icharratti haasaa…
Read More...