Ispoortii
Seenaaf Waaqumaa kilaba Raayyaa Ittisaatti makamte
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Taphattuun Sarara fuulduraa duraanii Kilaba magaalaa Adaamaa Seenaaf Waaqumaa gatii rikoordii haaraan Raayyaa Ittisaaf mallatteesite.
Ga’umsa garee biyyaalessaa fi kilaba magaalaa Adaamaa keessatti agarsiifteen kilaboota hedduun barbaadamaa kan turte seenaaf Waaqumaa kilaba Raayyaaf Ittisaatti…
Read More...
Gulaallii waancaa liigii biyyoota Awurooppaa bara 2020 eda galgala taphoonni 20 gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Taphootaa gulaallii waancaa neeshinsi liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Ingilaand Beeljiiyeem yoo injifattu Xaaliyaanii fi Poolaand qixa ba’an.
Gulaallii waancaa liigii biyyoota…
Atileet Siifan Hasan fiigicha fageenya meetra 10,000n rikkardii Awurooppaa harka galfatte
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) - Atileet Siifan Hasan fiigicha fageenya meetra 10,000n rikkardii Awurooppaa harka galfatte.
Atileet Siifan Hasan dorgommii fiigicha fageenya meetra 10,000 Hengiloo, Nezarlaanditti dorgomteen…
Olompikii Tookiyoo 2020f weerara vaayrasii koroonaa yaada keessa galchuun qophiin taasifamaa…
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) - Olompikii Tookiyoo 2020f weerara vaayrasii koroonaa yaada keessa galchuun qophiin taasifamaa jiraachuu himame.
Ityoophiyaan Olompikii Tookiyoo 2020f weeraraa vaayrasii koronaa yaada keessa…
Atleet Lattasanbat Gidayiif simannaan taasifame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Atleet Lattasanbat Gidayiif simannaan taasifameefira.
Atleetittiin wayita buufata xiyyaaraa Boolee idil addunyaa geessu itti aantuu preezdaantii federeeshinii atileetiksi Ityoophiyaa Koomaandar Atleet…
Atleetiin Yuugaandaa Jooshwaa Cheepteegeen riikardii waggoota 15f qabamee ture cabse
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Atleetiin Yuugaandaa Jooshwaa Cheepteegeen meetira kuma kudhaniin riikardii waggoota 15f qabamee ture cabse.
Riikardicha waggoota 15f qabatee kan ture Atleet Qananiisaa Baqqalaati.
Atleetichi…