Ispoortii
Wiiliyaan waliigaltee waggaa 3n garee Arsenaalitti makame
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Lammiin Braaziil taphatan sarara cinaa Wiiliyaan garee kubbaa miilaa Arsenaalitti makamu ibsame.
Wiiliyaan jijjiirraa bilisaan Cheelsiirraa gara Arsenaal imaleera.
Taphatichi waggoottaan sadan itti aanaan Arsenaal keessa turuuf waliigaltee mallatteessera.
Wiiliyaan bara…
Read More...
Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoons liigii Awrooppaan RB Laaypiziig, Atleetikoo Maadriid injifate
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoons liigii Awrooppaa eda galgala taphatameen RB Laaypiziig Atleetikoo Maadriid 2-1injifachuun walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffate.
Atleetikoo Maadriid tilmaama…
Liigii Awrooppaan Shaakaatarii fi Seeviyaan walakkaa xumuraaf darban
Finfinnee, Hagayyaa 6, 2012 (FBC) –Tapha gulaallii nuusa xumuraa kaleessa galgala taphatamaniin Shakatar Dooneskii fi Seevilaan walakkaa xumuraaf darban.
Seeviyaan Woolviz 1-0n ijifachuun walakkaa xumuraaf ga’uu isaa…
Maancheestar Yuunaaytidii fi Intar Miilaan gitoota isaanii injifachuun gara xumura walakkaatti…
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Maancheestar Yuunaaytidii fi Intar Miilaan gitoota isaanii injifachuun gara xumura walakkaatti darban.
Yuurooppaa Liigidhaan xumura kurmaanarraa gara xumura walakkaatti darbuuf kaleessa…
Yuurooppaa Liigiin Maancheestar Yuunaaytidii fi Intar Miilaan xumura kurmaanaatti makaman
Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Yuurooppaa Liigiin Maancheestar Yuunaaytidii fi Intar Miilaan xumura kurmaanaatti makaman.
Liigichaan taboota 4 kaleessa galgala gaggeeffamaniin Maancheestar Yuunaaytid, Intar Miilaan,…
Si’eessituu ispoortii ittisuu fi to’achuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Si'eessituu ispoortii ittisuu fi to'achuuf waliigalteen mallattaa'e.
Waajjirri Farra Si'eessituu Biyyoolessaa si'eessituu ispoortii ittisuu fi to'achuuf waliigaltee mallatteessera.…
Dorgommiin fiigicha guddicha Ityoophiyaa 2013 dheereffame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC)- Dorgommiin fiigicha guddicha Ityoophiyaa 2013 dheereffame.
Sadaasa 6,2013 gaggeeffamuuf karoorfamee kan ture fiigichi guddichi Ityoophiyaa sababii weerara vaayrasii koroonaatin yeroo hin…