Ispoortii
Diidiyar Diroogbaan hoospitaalasaa namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman akka itti wallaannaman taasise
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Diidiyar Diroogbaan hoospitaalasaa magaalaa Abiijaanitti argamu namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman akka itti wallaannaman taasise.
Taphataan kubbaa miillaa biyyoolessaa duraanii Ayvooriikoostii fi Cheelsii; Diidiyar Diroogbaan hoospitaalasaa magaalaa Abiijaanitti argamu namoonni vaayrasii…
Read More...
Leenjitoonni jiddugalichaa weerara koroonaa ittisuuf maatii isaaniitti deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Leenjitoonni Jiddugala Leenjii Atleetiksii Atleet Xiruunash Dibaabaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf maatii isaaniitti deebi'an.
Jiddugalichis akkaataa kallattii mootummaa barattoonni…
Federeeshinichii fi Atleet Daraartuun Hidha Haaromsaa fi koroonaa ittisuuf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa ijaarsa Hidha Haaromsaa fi weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 2 laate.
Federeeshinichi Hidha Haaromsaatif Birrii miiliyoona 1,…
Olompiikni Tookiyoo akka dabarfamu dhiibbaan taasifamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Olompiikni Tookiyoo akka dabarfamu dhiibbaan taasifamaa jira.
Sodaa weerara vaayrasii koroonaatin dhiibbichi Jaappaanii fi Koree Olompiika Addunyaarratti hammaachaa jira.
Sababii vaayrasichaatin…
Atleet Biraanuu Tsagguun waggaa 4f dorgommiirraa ittifame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Atleet Biraanuu Tsagguun waggaa 4f dorgommiirraa ittifame
Atleetichi si'eessituu fayyadamee argamuu isaatini adabbichi kan itti murtaa'e.
Adabbichaan dorgommiiwwan gosa kamiitirraayyuu…
Shaampiyoonaan waancaa Awrooppaa bara Faranjoota 2020 sababa vaayrasii koroonaan waggaa tokkoof…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan waancaa Awrooppaa bara Faranjoota 2020 sababa vaayrasii koroonaan waggaa tokkoof dheerachuu ibsame.
Shaampiyoonaan waancaa Awrooppaa bara Faranjoota 2020 sababa vaayrasii koroonaan…
Dorgommiiwwan ispoortii guyyootii 15f kan adda citan ta’uu Koomiishiniin Ispoortii FDRI…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Dorgommiiwwan ispoortii guyyootii 15f kan adda citan ta'uu Koomiishiniin Ispoortii FDRI beeksise.
Koomiishinichi ibsa baasen akka beeksisetti akkaataa manneen barnootaa guyyootii 15f akka…