Ispoortii
Dorgommiin fiigicha gabaabaa, jiddugaleessaa fi gochaalee dirreerraa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Dorgommiin fiigicha gabaabaa, jiddugaleessaa fi gochaalee dirreerraa gaggeeffamuu eegale.
Dorgommii Ityoophiyaa har'a Istaadiyamii Finfinneetti eegale kanaan gosoonni ispoortii atleetiksii addaddaa hammatamaniiru.
Fiigichi gabaabaa, jiddugaleessaa, gufachoon meetira 3000, tarkaanfii fi gochaaleen dirreerraa…
Read More...
Ramaddiin tapha moo’anii darbuu Chaampiyoons liigii Awrooppaa ifoome
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Ramaddiin tapha moo'anii darbuu Chaampiyoons liigii Awrooppaa ifoome.
Haaluma kanaan;
Liyoon - Juuveentuus
Cheelsii - Baayar Muuniik
Atleetiikoo Maadriid - Liivarpuul
Atalaantaa -…
Dorgommiiwwan atleetiksii Sanbataa fi Dilbata gaggeeffamaniin Ityoophiyaanonni mirgaan galaniiru
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Dorgommiiwwan atleetiksii Sanbataa fi Dilbata gaggeeffamaniin Ityoophiyaanonni mirgaan galaniiru.
Dorgommichaan atleetonni Ityoophiyaa 36 hirmaataniiru.
Haaluma kanaan;
Maaraatoona…
Atleet Eeluud Kiippichoogeen Atleetii Cimaa BBC bara Faranjootaa 2019 ta’uun filatame
Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) – Atleetiin lammii Keeniyaa Eeluud Kiippichoogeen Atleetii Cimaa BBC bara Faranjootaa 2019 ta’uun filatame.
Atleet Eeluud Kiippichoogeen bara kana fiigicha maaraatoonii Awustiriyaa magaala Viiyeenaatti…
Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) - Fiigichi walakkaa Maaraatoonii yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaan Jaappaan Kaasaamaatti gaggeeffame.
Dorgommii kanaan Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Dhiiraan…
Kilabiin Sabbataa ispoonsara waggaa afurii Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Kilabiin magaalaa Sabbataa ispoonsara waggaa afurii; Birrii miiliyoona 18 Biiraa Meettaa Abboo waliin mallatteesse.
Bara kana waggoota dheeraa booda gara liigii Ityoophiyaatti kan makame kilabni magaalaa…
illi Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti…
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa dorgommii walakkaa maaraatoonaa yaadannoo Atleet Abbabaa Biqilaa 14ffaarratti hirmaatu Jaappaan galeera.
Dorgommichi Jaappaan magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffama.
Dorgommii kanarratti…