Ispoortii
Fiigichi maaraatoonii Duubaay olaantummaa atleetota Ityoophiyaatin xumurame
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Fiigicha maaraatoonii Duubaay barii kana gaggeeffameen atleetonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaninuu injifataniiru.
Fiigicha maaraatoonii barii har’aa dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleet Oliiqaa Addunyaa sa’aatii 2:6:15n xumuruun yoo injifatu, atleetonni Ityoophiyaa biroon sadarkaa 3ffaa-10ffaa ba’uun…
Read More...
Ityoophiyaan tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Kuwaataariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Gareen Biyyaaleessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa bara Faranjootaa 2022 Kuwaatariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte.
Ramaddii gulaallii kanaan Ityoophiyaan ramaddii 7ffaa…
Badhaasni atleetii ciccimoo Afrikaa 2019 ifoome
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) –Badhaasni atleetii ciccimoo Afrikaa bara Faranjootaa 2019 ifoome.
Preezdaantiin Koonfedereeshinii Atleetiksii Afrikaa atleetota badhaasa atleetii cimaa fi cimtuu bara Faranjootaa 2019 moo’atan kaleessa…
Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaa Sanbataa fi Dilbata gaggeeffameen qabxii boonsaa…
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaa Sanbataa fi Dilbata gaggeeffameen qabxii boonsaa galmeessisaniiru.
Waldorgommii maraatoonii Muumbaay Indiyaatti gaggeeffaameen dhiirootan Atleet Daraaraa…
Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa.
Taphoota har'aatin;
Hadiyyaa Hoossaa'inaa 1 - 1 Q/goorgiis
Maqalee 70 Indartaa 2 - 1 Sabbataa
…
Gareen kubbaa miillaa dubartoota Ityoophiyaa gitasaa Buuruundii 5f 0dhaan injifate
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Gareen kubbaa miillaa dubartoota biyyoolessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii tapha gulaallii waancaa addunyaatin har'a Buuruundii waliin taphachuudhan 5f 0dhaan injifateera.
Waancaan…
Dorgommiin maaraatoonaa Qananiisaa fi Kiipchoogee hawwiidhan eegamaa jira
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Dorgommiin maaraatoonaa Qananiisaa Baqqalaa fi Kiipchoogeen magaalaa Landanitti taasisan hawwiidhan eegamaa jira.
Atleet Qananiisaa Baqqalaa fi atleetiin Keeniyaa Eeliyuud Kiipchoogeen…