Ispoortii
Gareen kubbaa miillaa dubartoota Ityoophiyaa gitasaa Buuruundii 5f 0dhaan injifate
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Gareen kubbaa miillaa dubartoota biyyoolessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii tapha gulaallii waancaa addunyaatin har'a Buuruundii waliin taphachuudhan 5f 0dhaan injifateera.
Waancaan addunyaa dubartootaa 10ffaan umrii waggaa 20 gadii baranaa qopheessummaa Koostaariikaa fi Paanaamaatiin…
Read More...
Dorgommiin maaraatoonaa Qananiisaa fi Kiipchoogee hawwiidhan eegamaa jira
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Dorgommiin maaraatoonaa Qananiisaa Baqqalaa fi Kiipchoogeen magaalaa Landanitti taasisan hawwiidhan eegamaa jira.
Atleet Qananiisaa Baqqalaa fi atleetiin Keeniyaa Eeliyuud Kiipchoogeen…
Taphni Waancaa Afrikaa bara Faranjootaa 2021 baatii Amajjii kan gaggeefamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Taphni Waancaa Afrikaa bara Faranjootaa 2021 baatii Amajjii keessaa kan gaggeeffamu ta’uu Kaameeruun beeksiifte.
Guyyaa kaleessaa Konfedereshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa fi Federeshiniin Kubbaa Miilaa…
Walaayittaa Diichaan Dalalany Dachaasaa leenjisaa yeroo taasisuun muude
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) - Kilabni kubbaa miilaa Walaayittaa Diichaa muudama hoggansaa taasisuu beeksise.
Boordiin kilabichaa sababa qabxii dhabuu fi mormii cimaa deeggartoota isaan walga’ii ariifachiisa waameen murtee garagaraa…
Baarseloonaan Eernastoo Vaalveerdee gaggeesse
Finfinnee, Amajjii 5, 2012 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa Baarseloonaa leenjisaa Eernastoo Vaalveerdee gaggeessuun, Kiikee Seetiinii mindeessuusaa beeksise.
Eernastoo Vaalveerdee garicha waliin yeroo lamaaf walitti aansuun waancaa…
Dorgommii atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe gaggeeffameen atleetoonni Ityoophiyaa injifataniiru
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Dorgommii Atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe Finfinnee dabalatee biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Injifataniiru.
Fiigicha Walakkaa maaraatoonii Neezarlaanditti…
Loozaa Abarraa yeroo 2ffaaf taphatttuu cimtuu taate
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Loozaa Abarraa liigii dubartootaa Maaltaan taphattuu cimtuu baatii Sadaasa fi Muddee ta’uun filatamte.
Taphattuun garee biyyaaleessa Ityoophiyaa fi taphattuun sarara fuulduraa garee dubartoota…