Ispoortii
Sayidoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa waggaa kanaa ta’e
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Lammiin Seeneegaalii fi taphataan sarara fuulduraa Liivarpool Sayidoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa bara kanaa ta’e.
Sayidoo Maaneen Mahaammad Saalaahi fi Riiyaad Maahireez caaluun taphata cimaa bara Faranjootaa 2018/2019 Afrikaa ta’uun filatamuu isaa himameera.
Maaneen bara dorgommii 2018/2019 keessa…
Read More...
Atleettoonni Ityoophiyaa qabxii boonsaa galmeessan
Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaa Sanbataa fi Dilbata gaggeeffameen qabxii boonsaa galmeessisan
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) - Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaa Sanbataa fi Dilbata gaggeeffameen qabxii…
Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n injifate
Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Tapha Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n yoo injifatu darbiin Oromiyaa qixaan xumurame.
Tapha priimiyar liigii marsaa 6ffaa har’a taphatameen Bunni…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa olaantummaa Oromiyaan xumurame
Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa magaalaa Asallaatti guyyoota 6’f gaggeeffamaa ture olaantummaa Oromiyaan xumurame.
Shaampiyoonnicha Oromiyaan koorniyaa lamaaniinuu qabxii walii galan…
Gaanaan leenjistoota biyyoolessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessite
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miillaa Gaanaa leenjistoota biyyooleessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessuu ishee beeksifte.
Waldichi leenjistota olaanaa fi gargaartota isaanii kan garee biyyoolessaa dhiirotaa fi…
Taphni darbii Oromiyaa booru ni gaggeeffama
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Priimiyar Liigii Ityoophiyaa tapha torbee 6ffaa guyyaa boruutin darbiin Oromiyaa magaalaa Adaamaatti ni gaggeeffama.
Taphoota shan taphachuun priimiyar liigichaan sadarkaa 5ffaa irratti kan argamu…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa boru xumura ni argata
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa oolmaa isaa guyyaa 5ffaan har’a dorgommiiwwan 8 xumura argataniiru.
Dorgommii guddattoota umurii 16 fi 18 gadii koorniyaa lamaaniinuu gaggeeffameen…