Ispoortii
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa FDRI hojjettoota isaa galateeffate
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa FDRI hojjettoota yeroo dheereef tajaajilan galateeffate.
Federeeshinichi hojjettoota isaa bara dheeraaf mana hojichaa tajaajilan 6 sirna galateeffanna guyyaa har’aa Hooteela Eeliyaatti qopheessen badhaasa jajjabeessituu laachuun galateeffateera.
Hojjettoonni kunneen mana…
Read More...
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa guyyaa har’as itti fufee jira
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisa Asallaatti gaggeeffamaa jiru guyyaa har’as itti fufee jira
Oolmaa guyyaa 4ffaa Shaampiyoonichaan gosti dorgommii 6 xumura kan…
Sagantaan sosochii qaamaa namoota kuma 200 ol hirmaachisu Dilbata ni gaggeeffama
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Sagantaan sosochii qaamaa marsaa 6ffaan namoota kuma 200 ol hirmaachisu Dilbata dhufu Finfinneetti ni gaggeeffama.
Jiraattootni magaalichaa Sosochii qaamaa aadaa akka godhataniif Ispoortiin hunda…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa akkuma itti fufetti jira
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisaa Asallaatti gaggeeffamaa jiru oolmaa isaa guyyaa 3ffaan itti fufee jira.
Guddattoota hedduu kan hirmaachise Shaampiyoonaan…
Ijaarsi Istaadiyamii Idil Addunyaa Aday Ababaa %99 xumurameera
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Ijaarsi Istaadiyamii Idil Addunyaa Aday Ababaa %99 xumurameera.
Istaadiyamichi guutummaan yammuu xumuramu teessodhaan namoota kuma 60 ol keessummeessuu danda'a.
Koomiishinarri Koomiishinii Ispoortii…
Priimiyar Liigii Ityoophiyaatin Maqalee 70 Indartaan Walwaaloo injifate
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Priimiyar Liigii Ityoophiyaatin Maqalee 70 Indartaan Walwaaloo injifate.
Taphni priimiyar liigii torbee 5ffaa har'a magaalaa Maqaleetti gaggeeffameera.
Tapha Istaadiyamii…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattootaa eegalame
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddaattoota Ityoophiyaa Istaadiyeemii Magariisaa Asallaatti eegalame.
Shaampiyoonaan kun har'aa eegalee hanga Muddee 25, 2012tti kan turu yoo ta’u, guddattoota…