Ispoortii
Obbo Biiniyaam Miruuts preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Finfinnee ta’uun filataman
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Obbo Biiniyaam Miruuts Yifxar preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Finfinnee ta'uun filataman.
Federeeshinichi kaleessa namoota waggaa 4f preezdaantummaan isa gaggeessan filateera.
Kaadhimamtummaan namoonni 4 dhiyaataniit turan.
Yaata'uutii ilma Atleet Miruuts Yifxar kan…
Read More...
Loozaa Abarraa Taphattuu cimtuu Baatii Sadaasa fi Muddee taate
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Taphattuun sarara fulduraa kubbaa miilaa Loozaa Abarraa tapha priimeerliigii dubartoota Maaltaan keessatti ga’umsa olaanaa agarsiifteen taphattuu cimtuu Baatii Sadaasa fi Muddee ta’uun filatamte.
Tapha…
Loozaa Abarraa Taphattuu cimtuu Baatii Sadaasa fi Muddee taate
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Taphattuun sarara fulduraa kubbaa miilaa Loozaa Abarraa tapha priimeerliigii dubartootaa Maaltaa keessatti ga’umsa olaanaa agarsiifteen taphattuu cimtuu Baatii Sadaasa fi Muddee ta’uun filatamte.
Tapha…
Arteettaan Arsenaalitti leenjistummaan muudame
Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Arteettaan Arsenaalitti leenjistummaan muudame.
Kilabiin Ingiliiz Arsenaal Mikaa'eel Arteettaa leenjisaa olaanaa gochuun muude.
Muudama kanaafis Maancheestar Siitiif beenyaa kaffaluuf waliigaleera.…
Leenjistoonni garee biyyoolessaa dubartoota Ityoophiyaa umrii waggaa 20 fi 17 gadii ifoome
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Leenjistoonni garee biyyoolessaa dubartoota Ityoophiyaa umrii waggaa 20 fi 17 gadii ifoome
Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Ityoophiyaa leenjistoota garee biyyoolessaa dubartoota Ityoophiyaa umrii…
Obbo Isaayyaas Jiraan itti aanaa preezdaantii Seekaafaa ta’uun filataman
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Obbo Isaayyaas Jiraan itti aanaa preezdaantii Waldaa Kubbaa Miillaa Biyyoota Jiddugalaa fi Baha Afrikaa/Seekaafaa ta'uun filataman.
Preezdaantiin Federeeshinii Kubbaa Miillaa Ityoophiyaa obbo Isaayyaas…
Ramaddiin Moo’anii Darbuu Liigii Awrooppaa Ifoome
Haaluma Kanaan
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Ramaddiin moo’anii darbuu Liigii Awrooppaa ifoome.
Haaluma kanaan;
Woolvis – Espaanyool
Spoortiing Leezban – Baakshaayar
Geetaafee – Aayaaks
Liivarkuusan – Poortoo…