Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan injifatame

Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 26ffaa har’a taphatameen Adaamaan Machaaliin injifatameera. Tapha har’a waaree dura sa’aati 3:30 eegalee taphatameen Machaal galchii 2 fi 0n Kilaba Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa injifateera. Adaamaan taphoota hanga ammaatti taphateen qabxii 21 qofa walitti qabachuun…
Read More...