Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan taphni Tootenhaam Cheelsii keessummeessu ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee Eevartan – Liiverpuul waliin taasiisu ni eegama.
Galgala sa’aatii 12:00 jalqabee Astoon Viilaan - Saawuuz Hampitan, Bireentifoord - Niwuukaasiil, Kiristaal Paalaas –…
Read More...
Kilabni Magaalaa Shaggar kilaba Injibaaraa injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanaa Itiyoophiyaa torbee 7ffaa har’a taphatameen Magaalaan Shaggar galchii 3 fi 1n Magaalaa Injibaaraa injifateera.
Misgaanaa Milkeessaa, Isxifaanoos Tamaamii fi Mas’uud Taammireen…
Har’a taphni Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu akkaan eegama
Finfinnee, Sadaasa 25, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu akkaan eegama.
Har’a halkan sa’aatii 5:15 eegalee falmiin Arsenaal Istaadiyeemii Emireetirratti Maanchiister…
Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 14ffaan taphni Arsenaal Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 14ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Sagantaan torbee 14ffaa kun tapha har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Ipsiiwich Taawoon – Kiristaal Paalaas, sa’aatii 5:15…
Giiniitti murtoo Murteessaan kubbaa miilaa dabarsan hordofee walitti bu’iinsa mudateen lubbuun…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Giiniitti murtoo Murteessaan tapha kubbaa miilaa dabarsan hordofee walitti bu’iinsa uumameen lubbuun namoota 56 darbuu gabaafame.
Tapha Kubbaa Miilaa Giinii Magaalaa Nizeerkooreetti taphatameerratti…
Liiverpuul 2 – 0 Maanchiister Siitii
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Taphni cimaan torbee 13ffaa Piriimeer Ingilaandi olaantummaa Liiverpuuliin xumurame.
Liiverpuul morkataa isaa Maanchiister Siitii galchii 2 fi 0n injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Gakpo taphaan…
Atileet Taammiraat Tolaa fi Simboo Alamaayyoon Atileetoota cimoo waggaa addunyaa jedhaman
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Atileet Taammiraat Tolaa fi Simboo Alamaayyoon badhaasa Atileetii cimaa fi cimtuu waggaa addunyaa injifataniiru.
Atileet Taammiraat Tolaan badhaasa Atileetii cimaa Istaadiyeemiin alaa injifateera.…