Ispoortii
Piriimeer Liigii Oromiyaan Yuuniversiitiin Dambi Doolloo Sabbataa injifate
Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 15ffaa har’a waaree dura taphatameen Yuuniversiitiin Dambi Doolloo Sabbataa injifateera.
Yuuniversiitiin Dambi Doolloo galchii 2 fi 0n Kutaa Magaalaa Sabbataa injifachuu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilee Oromiyaarraa argame ni mul'isa
#Oromia #Ethiopia
Read More...
Taphni Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa ramaddii ‘A’ bara 2017 xumurame
Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Taphni Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa ramaddii 'A' bara 2017 xumurameera.
Tapha Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa ramaddii A'tiin kilabni kubbaa miilaa magaalaa Shaggar dursee Shaampiyoonaa kan tahe taphoota 22…
Varjiil Vaandaayik waliigaltee Liivarpuul isa tursiisu mallatteesse
Finfinnee, Ebla 9, 2017(FMC) – Taphataa ittisaa Liivarpuul kan ta’e Varjiil Vaandaayik waliigaltee waggaa lamaaf kilabicha keessa isa tursiisu mallatteesse.
Amballiin Kilaba Anfiildi umrii waggaa 33 kun waliigalteen kontiraataa kanaan…
Arsenaal tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darbe
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Arsenaal Riyaal Maadriid injifachuun waggoota 15 booda tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darbe.
Arsenaal dhaqaa gala galchii 5 fi 1n Riyaal Maadriid injifateera.
Inter Miilaanis dhaqaa…
Kilabni Kubbaa Miillaa Dubartootaa Shaggar imala gara Piriimeer Liigii cimsate
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) –Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 20ffaa har’a taphatameen Kilabni Kubbaa Miillaa Dubartootaa magaalaa Shaggar gita isaa kutaa magaalaa Gullallee injifachuun imala gara Piriimeer Liigii cimsateera.…
Piriimeer Liiqii Oromiyaan Gimbiin Gincii waliin qabxii qoodate
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liiqii Oromiyaa torbee 14ffaa har’a taphatameen Gimbiin Gincii waliin qabxii qoodateera.
Gimbiin tapha har’a Gincii waliin taphate galchii malee qixa xumuruus qabxii 25’n liigicha…
Taphoota deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan falmiin Riyaal Maadriidii fi Arsenaal…
Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Taphoota deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan falmiin har'a Riyaal Maadriidiifi Arsenaal gidduutti taasifamu hawwiin eegama.
Riyaal Maadriid morkii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan hanga…