Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Liverpuul 2 – 1 Weest Haam

Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaa har'a waaree booda taphatameen Liiverpuul galchii 2 fi 1n Weest Haam injifachuun imala gara Waancaa cimsate. Taphoota biroon Woolviis galchii 4 fi 2n…

Arsenaal 1 – 1 Bireentifoord

Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin halkan kana taphatameen Arsenaal Bireentifoordi waliin qabxii qoodateera. Taphoota biroo waaree booda taphatamaniin Astoon Viilaan galchii 3 fi 0n Saawuuz Hampitan…