Ispoortii
Taphoota liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo waliin qixa bahe
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Taphoota liigii Oromiyaa torbee 12ffaa har’a waaree booda tapahamaniin Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo waliin qixa baheera.
Magaalaan Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n Gullisoo yoo injifatu, Kutaan Magaalaa Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo waliin galchii 1 qixa baheera.…
Read More...
Arsenaal 3 – 0 Riyaal Maadriid
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan Arsenaal Riyaal Maadriid injifate.
Tapha halkan kana sa'aatii 4:00 eegalee taphatameen Arsenaal galchii 3 fi 0n Riyaal Maadriid…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal Riyaal Maadriidiin keessummeessu ni…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Taphoota nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har'a Arsenaal Riyaal Maadriidiin keessummeessu ni eegama.
Taphni nuusa xumuraa marsaa jalqabaa kun har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee…
Fuulhaam 3 – 2 Liiverpuul
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017(FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 31ffaa har'a waaree booda taphatameen Fuulhaam galchii 3 fi 2n Liiverpuul injifate.
Liiverpuul yeroo jalqabaaf har'a tapha boqonnaa duraan galchii 3…
Atileet Dassaalenyi Daanyaw fi Yegillee Isheetuun fiigicha guddicha daandirraa Magaalaa Jimmaatti…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) – Magaalaa Jimmaatti fiigichi guddichi Itiyoophiyaa mata duree"Itiyoophiyaa haa barru!" jedhuun dorgomameera.
Atileet Dassaalenyi Daanyaw dorgommii kiiloomeetira 15 Atileetoota dhiirotaa gidduutti…
Atileet Dirribee Waltajjiin Fiigicha ‘Giraandi Slaam’ injifatte
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017(FMC) - Atileet Dirribee Waltajjiin Fiigicha 'Giraandi Slaam' meetira kuma 1 fi 500 dubartoota gidduutti dorgomame injifatte.
Fiigicha Giraandi Slaam Jaamaayikaatti dorgomameen Atileet Dirribee Waltajjiin…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin har’a taphni darbii Maanchuuriiyaalii ni eegama
Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin torbee 31ffaan taphni darbii Maanchuuriiyaalii hawwiin eegama.
Taphni Maanchiister Yuunaayitiid har’a galgala sa’aatii 12:30 eegalee…