Ispoortii
Fiigichi Guddichi Jimmaa Itiyoo-Telekoom 2017 boru gaggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Fiigichi Guddichi Jimmaa Itiyoo-Telekoom 2017 guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uun ibsame.
Fiigichicha, Fiigicha Guddicha Itiyoophiyaatti fi Magaalaan Jimmaa waliin ta’uun kan qopheessan ta’uu ibsameera.
Kantiibaan magaalaa Jimmaa Xahaa Qamar dorgommicha ilaalchisee ibsa kennaniin, fiigichichi wayita…
Read More...
Arsenaal Eevartan waliin qabxii qooddate
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Tapha Piriimerliigii Ingilaand torbee 31ffaan Arsenaal Eevartan waliin qixa bahe.
Arsenaaliif galchii dursummaa Liyaandiroo Tiroosaard yoo galchu, boqonnaan booda rukuttaa adabbiin Niidiiyaayeen…
Keevan Diibrooyin xumura bara dorgommii kanaa Maanchiister Siitii gadi lakkisuufi jedhame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Taphatan sarara gidduu Garee Biyyaaleessaa Beeljiyeemii fi Maanchiisteer Siitii Keevan Diibrooyin xumura bara dorgommii kanaa Maanchiister Siitii gadi lakkisuufi jedhameera.…
Itiyoophiyaa Madin Magaalaa Hawaasaa injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017 (FMC)- Piriimiyeer liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaan Itiyoophiyaa Madin magaalaa Hawaasaa galchii 2 fi 1’n injifachuun dursummaa isaa cimsuu danda’eera.
Tapha sa'aatii 12:00 irratti taphatame Itiyoophiyaa…
Gabre’eel Maagaaleesh sababa miidhamaan bara taphichaa ala ta’e
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017(FMC) – Taphataan sarara ittisaa Arsenaal Gabre’eel Maagaaleesh sababa miidhamaan bara taphichaan ala ta’uun mirkanaa’e.
Sababa kanaan tapha nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Arsenaal Riyaal…
Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Nageellee Arsiin morkataa isaa injifachuun dursummaa cimsate
Finfinnee, Bitootessa 23, 2017 (FMC) –Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Nageellee Arsiin Kutaa Magaalaa Eekkaa injifachuun dursummaa cimsateera.
Taphoota qixxeessituu torbee 18ffaa liigichaa har'a taphatameen Nageellee Arsiin galchii…
Ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaalessaa Adeey Ababaa xumursiisuuf waliigalteen Birrii biiliyoona 18.6…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2017 (FMC) – Ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaalessaa Adeey Ababaa hafe waggaa lamaa asitti xumuruuf waliigalteen Birrii biiliyoona 18.6 mallattaa’e.
Ijaarsa Istaadiyeemichaa hafe baatiiwwan 18 keessatti xumursiisuuf…