Ispuutiniik Biiroo isaa Afrikaa Finfinneetti bane
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Tajaajilli Oduu fi Broodkaastii Raadiyoo Raashiyaa Idil Addunyaa Ispuutiniik Afrikaan Biiroo isaa Afrikaa magaalaa Finfinneetti baneera.
Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar, Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa Vaalantiinaa Maativiiyeenkoo, Dippiloomaatoota Raashiyaa fi Itiyoophiyaa dabalatee keessummoonni waamichi taasifameef sagantichirratti argamuu TOI gabaaseera.
#Oromia #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.