Fana: At a Speed of Life!

Itiyoo Teeleekoomiin magaalaa Asallaa fi Baalee Roobeetti tajaajila Neetworkii dhaloota 5ffaa eegalchiise

Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Itiyoo Teeleekoomiin magaalaa Asallaa fi Baalee Roobeetti tajaajila Neetworkii dhaloota 5ffaa fi dhaloota 4ffaa LTE advaansiid jedhaman eegalchiiseera.

Kana hordofee lakkoofsi magaaloota Tajaajila Neetwoorkii dhaloota 5ffaa fayyadamoo ta’anii 16 gahuun eerameera.

Dabalataan dhaabbatichi waajjira Damee Kibba Kibba Bahaa hojii eelchiiseera

Qiddisti Abaateetu gabaase.

#Oromia #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.