Itiyoophiyaan guddina waliigalaa biyya keessaa galmeessisaa jirtuu irraa galii %7 maddisiisuuf hojjechaa jirti
Itiyoophiyaan guddina waliigalaa biyya keessaa galmeessisaa jirtuu irraa galii %7 maddisiisuuf hojjechaa jirti
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan guddina waliigalaa biyya keessaa galmeessisaa jirtuu irraa galii % 7 maddisiisuuf hojjechaa akka jirtu Ministirri Muummee deebii miseensota MMBBu’f kennaniin ibsaniiru.
Kunis kan biyyoota biro waliin yoo walbira qabamu xiqqaa yoo ta’ellee fooyya’iinsa agarsiisaa jiraachuu garuu kaasaniiru.
Kanaaf sassaabbii galii keessoo irratti ciminaan akka hojjetamuu qabu hubachiisaniiru.