Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Geediyoon Xiimootiwoosiin durfamu Sudaan Kibbaa gale

Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoosiin durfamu daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa Juubaa galeera.

Jilichi turtii isaan hoggantoota olaanoo Sudaan Kibbaa waliin dhimmoota hariiroo gamlamee fi naannawaarratti ni mari’atan kan eegamu ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.