Jilli loltummaa Naayijeeriyaa hojiilee Riifoormii Poolisii Federaalaa daawwatan
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Jilli Miseensoota garee giddugala qabeenyaa loltummaa Naayijeeriyaa hojiilee riiformii Poolisii Federaalaa daawwateera.
Daawwannaa isaaniin, Raadiyoo qunnamtii ammayyaa, giddugala to’annoo Komaandoo, wiirtuu odeeffannoo fi kanneen biroo daawwachuu ragaan Poolisii Federaalaarra argame ni mul’isa.
Miseensonni kunneen daawwannaa taasisanitti gammaduu ibsuun, Hoggantoota dhaabbatichaa galateeffataniiru.