Jilli Paarlaamaa Iraan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 8, 2017 (FMC) – Jilli Af Yaa’ii Mana Maree Iraan Mahaammad Gaaliibaafiin durfamu Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera.
Itiyoophiyaan daandii misoomarra jiraachuu fi biyya seenaa qabeettii ta’uu ishee miseensonni kunneen eeraniiru.
Itiyoophiyaan biyya gootaa ta’uu ishee daawwannicharraa hubachuu ibsaniiru.
#Oromiyaa #Ethiopia