Fana: At a Speed of Life!

Keessummoonni keenya Teessoo Dippiloomaatoota Afrikaa kan taatee Finfinnee baga nagaan dhuftan-Dooktar Geediyoon Ximootiwoos

Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Hirmaattoonni Yaa’ii Gamtaa Afrikaaf teessoo Dippiloomaatoota Afrikaa kan taatee Magaalaa Finfinnee baga nagaan dhufan jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos ibsan.

Dooktar Geediyoon Ximootiwoos ergaa dabarsaniin, ’Obboleeyyan kiyyaa guutuu Ardii Afrikaarraa gara magaalaa teessoo Gamtaa Afrikaa kan taatee Finfinnee Midhaagduu baga nagaan dhuftan jedhaniiru.

Walga’ii Hojii Raawwachiistuu Mana Maree Gamtaa Afrikaa 46ffaan turtii gaarii fi bu’aa qabeessa akka ta’uufis hawwaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.