Fana: At a Speed of Life!

Kitaabni ”Dhaloota Qubeefi Diinagdee”jedhu eebbifame

Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) – Kitaabni ”Dhaloota Qubeefi Diinagdee”jedhu Magaalaa Finfinnee Hoteela Ramadaatti eebbifameera.

Kitaabni kun Abbaa Qabeenyaa, Weellisaafi Barreessaa Dassaaleny Dalasaa Borookaan kan barreeffame ta’uu ibsameera.

Sirni Eebba Kitaaba “Dhaloota Qubeefi Diinagdee” kun bakka keessummoonnii fi hayyoonni gurguddoon akkasumas Artistoonni garaagaraa argamanitti bifa miidhagaa fi ho’aa ta’ee eebbifameera.

Bulaa Nadhiitu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.