Fana: At a Speed of Life!

Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC)-Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffamaa jira.

Konfiraansiin jiraattota Godinaalee Arsii Lixaa, Baalee, Baalee Bahaa, Gujii fi Gujii Lixaa hirmaachise mata duree “Waadaa hanga Aadeffannaa” jedhuun taa’amaa jira.

Konfiransicharratti Ministeerri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee dabalatee hoggantootni Mootummaa Federaalaa fi naannoo argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.