Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Aarbaa Mincitti taa’amaa jira
Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) – Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Aarbaa Mincitti taa’amaa jira.
Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera.
Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa fi naannoo maricha dursaa jiraachuu eerameera.