Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Adaamaatti taa’amaa jira
Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) – Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Adaamaatti taa’amaa jira.
Kutaaleen Hawaasa Godina Shawaa Bahaa, Magaalaa Adaamaa fi Godina Arsiirraa walitti babba’an waltajjicharratti hirmaachaa jiru.
Pireezidaantii Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoo dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa fi naannoo maricha dursaa jiraachuu ibsameera.
Baayiluu Baanee fi Fatiyaa Abdallaatu gabaase.