Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Itiyoophiyaa kumni 3 fi 285 gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 3 fi 285 gara biyyaa deeb’uun ibsameera.

Balalliiwwan 9 torbee kana keessa taasifamaniin dhiiroonni kumni 2 fi 747, dubartoonni 508, daa’imman 30 fi guddattoonni umrii waggaa 18 gadii 159 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.