Leessoo Itiyoophiyaan warshaa Kutaa Magaalaa Mana Abbichuutti ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Ujummoolee daddabarsa Bishaan Dhugaatii fi Elektirikaa oomishuurratti kan hojjetu Leessoo Itiyoophiyaan Warshaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Mana Abbichuutti ijaarsiise eebbisiiseera.
Warshichi lammiilee 150 oliif carraa hojii uumuu eerameera.
Dhaabbatichi ijaarsa boqonnaa jalqabaa har’a yoo eebbisiisu, ijaarsa boqonnaa 2ffaa ammoo eegalchiiseera.
#Oromia #Ethiopia