Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Magaalaa Dirre Dhawaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale

Finfinnee, Amajjii 28, 2017 (FMC) –Manni Maree Magaalaa Dirre Dhawaa Yaa’ii idilee 9ffaa Bara Hojii 3ffaa Waggaa 4ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Kantiibaan magaalichaa Obbo Kadiir Juhaar gabaasa raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii dhiyeessaa jiraachuun ibsameera.
Yaa’ichan gabaasa dhiyaatee fi ajandaalee garaagaraarratti mari’achuun kan raggaasifamu ta’uunis eerameera.
Yaa’ichi guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu ta’uu Tajajajilli Oduu Itiyoophiyaa gabaaseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.