Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee taa’uu eegale

Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee 4ffaa taa’uu eegaleera.

Walga’ichaan rawwii hojii baatiiwwan ja’an darbanii mootummaa naannichaa kan gamaaggamu ta’uun ibsameera.

Dabalataan labsiiwwan invastimantii, koolleejjii qonnaa hundeessuu, gurmaa’iinsa magaalotaa fooyyessuu fi hojiilee tola ooltummaa akkasumas muudama garaagara ni ragaasisaan eegama.

Maatiwoos Fallaqaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.