Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa Naannoo Amaaraa Yaa’ii Waliigalaa gaggeesse

Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Manni Maree Waloo Paartiilee Siyaasaa Naannoo Amaaraa Yaa’ii Waliigalaa gaggeesseera

Manni Marichaa gabaasa raawwii hojii yeroo darbee gamaaggamuun dambii ittiin bulmaataa Paartiilee Siyaasaa Itiyoophiyaarratti marii taasiseera.

Yaa’ichaan filannoon haaraa Hojii raawwachiisaa taasifamuu ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.