Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa hedduun shakkamtoota 146 waliin to’ataman – Poolisii Federaalaa

Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Baatiwwan saglan darban keessa Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa hedduun shakkamtoota 146 waliin to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiseera.

Daddabarsan meeshaalee waraanaa seeraan alaa to’achuuf oppireeshinii gaggeeffameen Meeshaaleen waraanaa 121 manneen jireenyaa keessaa, kumni 8 fi 989 farreen nageenyaa harkaa fi 36 ammoo keellawwanitti to’atmuu himeera.

Rasaasni seeraan alaa kumni 6 fi 351 manneen jireenyaa, kumni 8 fi 989 farreen nageenyaa harkattii fi kumni 51 fi 846 ammoo keellawwanitti to’atamuu ibseera.

Meeshaaleen kanneen waliin shakkamtoonni 146 to’atamuu ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.